Yeroo – Filmiin Oromoo yeroo jalqabaaf mana siniimatti agarsiisame ‘ Hadhaa’ dha. Akkasumas diraamaalee, taphoolee fi filmiileen Oromoo gabarra amma jiranis baayyee xiqqodha. Kuni maliif sitti fakkaata?
Fiilmiin kun bara 2005 /1997/ hojjatamee dhumee ummata hedduun waggaa lamaaf iskiriinin kan daawwatame ...